#cry📚 Crypto Trading keessatti dogoggora guddaan tokko maal?
Trader haaraan hedduun profit qofa irratti xiyyeeffata, garuu risk management irraanfata.
❌ Trade tokko irratti capital kee guddaa hin saaxilin.
❌ Revenge trading hin godhin.
❌ Emotioniin decision hin godhin.
✅ Trading plan qabaadhu.
✅ Stop-loss fayyadami.
✅ Risk kee dursee murteessi.
Traderoonni haaraan maal irraa of eeggachuu qabu jettu? 💬
#Crypto #TradingTips #Bi$tcoin #BinanceSquare #Education #Crypto #TradingTips #Bitcoin ##BinanceSquare $BTC